2 Chronicles 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hiramuni, hayyuuni Tiro, tatabe gara Solomoni t'aafe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan gumi ufi jaalatufi ya hayyu si tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam mootiin biyya Xiroosiillee «Rabbi banii ufii jaalatee isaan irratti si moosise» jedhee ergamtoota itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Xiiroosii Hiiraam xalaya'aan Solomooniif deebisee, «Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii waan jaalatuuf, akka ati mootii isaanii teetu si godhe» jedhe.