2 Chronicles 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa Israeli, ka lafafi gubba uume, maqa isaa ha faarsani! Inni yayu hayyu Daudi ilma qaro kenne, ka qaroomafi hubacha guddo qabu, ka amma Mana AABBO Waaqatifi ka ufile jaaru fed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam hennaa lammeesso'ootiif Solomooniin «Rabbi Waandhi Israa'elii ka ardi'ii fi samii uume mana mootumma'aallee akka ijaaruuf mucaa ogeessaa fi ka waa hubatu mooticha Daawitii kenne haa ulfaatu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam itti dabaleelle, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii ka ol-gubba'aa fi lafa dade leellifamuu ti! Inni ilma qaroo malaamessaa fi hubantii guddoo qabu ka Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootummaa ifiille ijaaratu mooticha Daawitiif kenneera.