2 Chronicles 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama kuma torbatama ka wo baatu baase, ammalle nama kuma saddeetama ka gaareeni irati d'akha boch'ule baase, ammalle nama kuma sadiifi d'ibba jaa, ka huji suniti mataa, fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa worra meeshaa fe'an namoota kuma torbaatamaa, worra gaaratti dhagaa baqassan namoota kuma saddeettamaatii fi worra hujii isaan hojjatan haa tooyatani'iif muudaman garuu namoota kuma dhibba sadihii fi dhibba jahaa muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa namooti kum torbaatam ba'aa akka ba'atanu, namooti kum saddeettami gaara irraa dhakaa akka bocanu, namooti kum sadii fi dhibbi jaa, hujii akka toowatanu godhe.