2 Chronicles 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini qonqo gara hayyu Tiro, ka Hiramu jed'ani, erge waan jed'eeni, Akuma duri abba kiyya hind'eesa inni manani jaaratu gurgurte, nale gurguri.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mooticha biyya Xiroosii Kiraamitti, «Akkuma hennaa abbaan kiyya mana mootumma'aa ijaaru muka birbirsa libaanosii erga'aafii turte anaallee ergi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon gara Hiiraamii mootii biyya Xiiroosii ergaa ergee, «Abbaan kiyya Daawiti mana mootumma'aa akka ijaarratuuf muka hindheensaa akkuma ergiteef, analle'eef ergi.