2 Chronicles 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani anini jaaru fed'u kunini maneeni ch'ufa ira gudda taha, wonti akanatiifi Waaqi keenna Waaqa d'ibi ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi keenna waaqolee tolfamaa maraa caalaa guddaa waan ta'eef mana woyyuu guddaa isaa hojjachu'uuf karoorfadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi keenna waaqota dhibii mara waan caaluuf, Galmi ani isaaf ijaaru gudda'a.