2 Chronicles 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma nama hogeesa, ka worqifi qarsifi sibiila diimafi sibiila guraachaani wo mid'aasu beekhu, ka ammalle woya bulefi bule diimtufi diimtuleeni wo mid'aasu beekhu na ergi. Inni hogeeyi Yudatifi ta Yerusalemu, ta duri abbaani kiyya fohate, woliini hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ogeeyyii abbaan kiyya Daawiti qopheesse worra anaa fi ogeeyyii biyya Yihuuda'aa, ogeeyyii biyya Yerusaalemii woliin ta'anii hojjatan, nama birri'ii fi worqii, Sibiila diima'aa fi sibiila, ka uffata diimaa dhiilgee dhawu, uffata bulee dhawuu fi nama ogeessa waa babbareechisu naa ergi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre amma nama ogeessa worqii, meetii, sageettu'uu fi hujii sibiila dhibi'iille, woyaa dhiillee, woyaa bifa cuquliisaa dhowuu beeku naaf ergi. Akkasuma nama Yihuda'aa fi Yerusaalem keessa tee'ee, namoota ogeeyyii abbaan kiyya Daawiti qopheesse woliin meya adda addaa irratti woy qiriixee bifa itti baasee hujuu dande'u naaf ergi.