2 Chronicles 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka jari kanke, ka huji mukha hojattu, hogeeyi imbeekha, tanaafi mukha hind'eesatifi mukeeni ejersa jajabdu Lebanoni na gadi ergi. Anini kurfo jira, aka nama kiyya erge, worri jara kanke qarqaaru,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kee ka muka muru worra ogummaa guddaa qaban akka ta'an hin beeka; kanaafuu birbirsa libaanosiitii fi muka sandalaa naa ergi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti keeti gaara Libaanonii irraa muka muriisa waan qabanuuf, Libaanon irraa muka hindheensaa, muka birbirsaatii fi muka sandali'ii naaf ergi; namooti kiyyalle namoota keeti woliin hin hujan.