2 Chronicles 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka akasiini worri mukha heddu woliini ch'iru; wonti akanatiifi mana anini jaaru fed'u kunini mana gudda, mid'aaga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni woyyuun ani ijaaru'uuf karoorfadhe kun guddisee badha'aa fi ka bareede ta'uu waan isa barbaachisuuf ani namoota kiyya worra muka muru hojjattoota kee haa gargaarani'iif ergu'uuf qophaaya'aara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi Waaqaa ka ani ijaaraaru kun gudda'aa fi miidhagaa te'uu waan qabuuf, falaxaan hedduun naaf qophowuu ti.