2 Chronicles 20:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma worri Amonitifi ka Moabutifi ka Edomu ya nu had'u d'ufe. Gaafa ababooti teenna lafa Misiri keesaa baate, atini worra lafa suni seenu d'owarte, tanaafi ababooti teenna lafa suni gama d'ibi marte, worra suni balleesu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee yabo'oo banii Amoonii, banii Moo'aabiitii fi banii Eedoomii laali! isaan balaa nutti buusaniiran; abbootiin teenna ta durii hennaa biyya Misiriitii yaa'an ati banii kee Israa'eliin akka isaan bulchiinsa isaanii keessa seenaniif isaanii hin eeyyamne; abbootiin teenna ta durii isaan irraa goranii lufan malee isaan hin balleessine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma kunoo, worri Amooniitii fi Mo'aabii, worri gaara Se'iiriille, ka ati kolbaan Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baatu lafa isaanii akka hin lolle dhoogginaan, loluu lakkisanee irraa goranee dabarane amma dhufiisatti jiran.