2 Chronicles 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galati worri amma nu kennu kana — d'ufani, lafa atini nu kennite tana keesaa nu gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jasaa nu isaanii gooneef isaan waan hamaa nuu deebisu'uuf lafa ati nuu kennite keessaallee nu baasu'uuf dhufaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, isaan lafa ati dhaala gootee nuu kennite keessaa nu ari'iisaan gatii nuu kenniisaaf dhufaneeran.