2 Chronicles 20:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqa keenna, worra kana balleesi, nu irree duula muumme inqamne kanani haanu inqamnu. Nu waan taanu imbeennu, yo atini nu qarqaarte male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa keenna! ati isaanitti hin murteessituu? banii guddaa nuun lolu'uuf nutti dhufe kana uf irraa qabu'uuf hunna hin qabnu; waan goonullee hin beennu; garuu ijji teenna sima laalti» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa keenna, ati isaanitti hin murtuu ree? Nuuti loltoota bacaa nu loliisaaf dhufiisatti jirtu tana loliisaaf hunna hin qannu. Waan goonulle hin beennu; ammoo ilti teenna gara keeti ilaalti» jedhe.