2 Chronicles 20:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Ee hayyichaafi gumi Yudatifi ta Yerusalemu, AABBO Waaqi waan jed'u, insodatina, duuli guddaani kunini isani imudamsisini, nami duula kana had'u isaaniniti, Waaquma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yizihi'eel «Baniin biyya Yihuuda'aa maruu worri Yerusaalemiin keessa jiraatanii fi atillee mootichi Iyyoosaafixi na dhagayaa'a! Rabbi ‹lolli ka Rabbiiti malee keessanii miti banii guddaa kana laaltanii hin sodaatinaa'a; hin nayinale'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Isin worri Yihuda'aatii fi worri Yerusaalem keessa leetanu martinuu, atille Yoshaafaaxii mooticha caqasa'a! Mootiin Waan Maraa, ‹Lolli kun ka Waaqaa ti malee, keessanii motii, isin loltoota guddoo bindillaa tana dhaggitanee sodaattanee hin rifatina'a.