2 Chronicles 20:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worra inhad'ina, ammo kurfo eegad'a, aka Waaqi isani dabsachiisu inagartani. Isani worra Yudatifi ka Yerusalemu, sodaatani imudamina. Kaa, nyaapa fuula keesa yaa, AABBO Waaqi isani woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ufii hin loltan isin biyyi Yihuuda'aatii fi biyyi Yerusaalemii! lolaaf hiriira'aa cadhisa'aa dhaabadhaa'a! Rabbi akka mootee isinii kennu hin argitanii Rabbi waan isin woliin jiruuf hin sodaatinaa'a; hin nayinaa'a; boru isaanitti duulaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin lola kana keessa loluu hin barbaachisu. Addee qabadha'aa, jabaadha'aa dhaabbadha'aatii, baasiisa Mootiin Waan Maraa akka isin baasu ilaala'a! Isin ee worra Yihuda'aatii fi worra Yerusaalemii! Hin sodaatina'a, hin rifatinaalle'e! Mootiin Waan Maraa isin woliin waan jiruuf, boru baya'aa deema'aatii isaan lola'a› jedha» jedhe.