2 Chronicles 20:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoshefathini biyya durati gajed'e addaani lafa tuqe, gumileeni akasuma gajette, AABBO Waaqa guddifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyoosaafixi kallachaan gad jedhee sagade; biyyi Yihuuda'aatii fi worri Yerusaalemiin keessa jiraatan maruu Rabbiin afo'otti kufanii Rabbii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoshaafaax adda ifiitiin lafatti gad gombifamee, worri Yihuda'aa ka Yerusaalem keessa le'anu marti Mootii Waan Maraa duratti gad jiganee waaqonfatane.