2 Chronicles 20:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi isaafi biyyiti mala woliini d'awate, hayyichi sirbitu wolti yaame, woya jila keyad'a, duula dura yaa sirba, AABBO Waaqa faarsa, Jaalalti isaa ta haga jiru jireenna jed'a, jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni banii woliin mari'atee uffata worri faarfattootaa ka hennaa ayyaanaa uffatan uffatanii faaruu «Jaalalli isaa baraa haga barabaraa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a!» jedhu faarfata'aa loltoota afoo akka deeman ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa woliin mari'atee faarfattoota loltoota dura deemaa, «Mootii Waan Maraa galateessa'a; jaalalli isaa ka bara baraa ti» jedhaa faarfataa woyyummaa Mootii Waan Maraa leellisanu filee dhaabe.