2 Chronicles 20:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sirba iti keeyate jennaani, AABBO Waaqi duula nyaapa kaani mudamsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa faaruu faarfatanii Rabbiin galatoonfatuu jalqaban ijoollee Amooniitii fi ijoollee Moo'aabii ta gaara Seeyirii irraa dhufanitti loltoota dhossa'aan isaanitti fidee isaan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan faarfataa leellisiisa jalqabane, Mootiin Waan Maraa worra Yihudaa loliisa dhufane worra Amoonii, worra Mo'aabiitii fi worra gaara Se'iiriititti riphee lolu itti fidee akka isaan injifatamanu godhe.

Recommended Reading