2 Chronicles 20:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathifi jari isaa reefa kaani iraa wosaamu d'ufani jennaani looni heddu, woreega, woya, miha dadansa d'ibile ch'ufa argani. Guyya sadi waan suni ch'ufa saamani, hobaasu dad'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyoosaafixii fi baniin dhufanii boojuu booji'u'uuf hennaa dhufan horii baay'e'ee fi mi'a gara garaa, uffataa fi mi'a guddisee bareedu arganii saaman; waan saaman kana baadhachuu dadhaban; wonti isaan booji'an waan baay'ee ta'eef haga guyyaa sadihii guuratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaaxii fi kolbaan isaa boojuu guuratiisaaf yennaa dhufane, odduu reeffa isaaniitii meya adda addaa, woya'aa fi meya gatii guddo'oo bacaa dhagganee, haga ba'atuu dadhabanutti guuratane; mey sun bacaa waan te'eef, isaan meya san mara wolitti qabatiisaaf guyyaa sad irraa fudhate.