2 Chronicles 20:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya afreeso bale Baraka keesati wolti bahani, waan AABBO Waaqi worraa tolche kana ch'ufafi isa guddisani. Wonti bale sunini Baraka jed'anifi suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa arfeesso'ootitti hulee «Dhooqa eebbaa» jedhamutti wol gayanii achitti Rabbiin galatoonfatan; Kanaaf huleen sun haga adhaa «Dhooqa eebbaa» jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa arfeesso'oo dhooqa eebbaa, addee Mootii Waan Maraa itti leellifatanetti wolitti qabamane. Tanaaf maqaan addee sanii haga adhaa, «Dhooqa eebbaa» jedhama.