2 Chronicles 20:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoshefathini duula ufi kaani dura, waan AABBO Waaqi worra nyaapa dabsachiisefi, gammadaani kae Yerusalemuti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa baniin Yihuuda'aatii fi baniin Yerusaalemii Iyyoosaafixi isaan masakka'aa waan Rabbi diintota isaanii akka mooyatan isaan taasiseef guddisanii gammada'aa gara Yerusaalemii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa akka isaan diinota ifii irratti firinxiixanu waan godheef, worri Yihuda'aatii fi Yerusaalemii martinuu Yoshaafaax ifi dura aanfatanee gammada gudda'aan gara Yerusaalemii deebi'ane.