2 Chronicles 20:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri diraani bahe jennaani magalatafi kiraari d'aani, sirbaa gara Mana Waaqa d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa achi gayan meeshaa faaruu faarfataniin ka sagalee guddaa kennuun, masiinqo'oo fi xurumbaa afuufa'aa gara mana woyyuu Rabbii seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maseenqo'oo fi kiraaraa guddicha dhowaa, tultullaalle afuufaa gara Galma Mootii Waan Maraa Yerusaalem dhufane.