2 Chronicles 20:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti ta aka AABBO Waaqi nyaapa Israeli dabsate d'ageete aka hama mudamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni biyya maraa akka Rabbi diintota Israa'eliitiin lole haga dhagayan guddisanii Rabbiin sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa diinota Israa'elii akka lole yennaa dhage'ane, mootummooti biyya lafaa marti Waaqa sodaatane.