2 Chronicles 20:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathini guddo sodaate qarqaarsa AABBO Waaqa kad'ate nama Yuda ch'ufaani, sagale inyaatina, ufi agabsa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi guddisee waan sodaateef akka Rabbi fedha ufii itti mudhisuuf biyya Yihuuda'aa maraa keessatti soomanii akka Waaqa kadhatan labsii labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoshaafaaxiin mootichi sodaatee Mootii Waan Maraa barbaadatiisaaf murteeffatee, lafa Yihuda'aa mara keessatti akka laamanu ajaja baase.