2 Chronicles 20:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani Yehoshefathini nagayaani lafa mohate, Waaqileeni nyaapa isaa ch'ufa ira d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Iyyoosaafixi nagayaan biyya bulche. Rabbillee karaa maraanuu nagaya isaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa maraan Waaqi nageya waan isaaf kenneef, mootummaan Yoshaafaaxii gabbi jette.