2 Chronicles 20:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathini ganna sodomi shaniti hayyu Yuda tahe, ganna diddami shani Yerusalemu keesa lafa mohate. Had'a isaa maqaani Azuba, isiini dubra Shilhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi hennaa mootii ta'e nama woggaa soddomii shanii ture; inni Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa diddamii shanii bulche; haati isaa Azubaan mucatti Shilihiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax mootii biyya Yihuda'aa yennaa te'e nama woggaa soddomii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii shan bulche; maqaan haadha isaa «Azubaa» jedhama; isiin intala Shiilhii ti.