2 Chronicles 20:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma abba isaa Asa, inni waan AABBO Waaqi fed'u ch'alla, ka diqole iraa ingorini, tolche;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi akkuma Aasaa abbaa ufii Rabbiin afo'otti waan mishaa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaa ifii Aasa'aa waan fuula Mootii Waan Maraa duratti sirrii te'e huje malee, karaa abbaa ifii irraa hin gorre.