2 Chronicles 20:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoshefathini tolche ch'ufa, haguma geetunu, kitaaba Odu Yehu, ilma Hanani, ka Odu Hayyoota Israelile haga toko keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi bara ufii mooye irraa jalqabee haga dhuma bulchiinsa ufii wonti mishaan inni hojjate maruu kitaaba seena'aa ka Iyyuu ilma Anaanii kitaaba mootota Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Yoshaafaax bara mootummaa ifii keessa jalqabaa kaasee haga dhumaatitti huje keessaa gariin, kitaaba Yehuu ilma Haanaanii ka inni marroo dabarsii mootota Israa'elii barreesse keessatti barreeffamaneeran.