2 Chronicles 20:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa toko hayyuuni Yuda Yehoshefathini, hayyu Israeli ka Ahazia jed'ani, Ka waan hamtu heddu duri tolche, goli woli tahani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootiin biyya Yihuuda'aa Iyyoosaafixi Akaaziyaasii mootii biyya Israa'elii ka hujiin isaa hama'aa woliin wolii gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muummee irratti mootiin Yihuda'aa Yoshaafaax mootii Israa'elii Ahaaziyaa ka waan hantuu hedduu huje san woliin wolii galtee godhate.