2 Chronicles 20:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hobolo gugurdo bunaqa Esion-Geberiti mid'aafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lachuu wol ta'anii markaba hedduu ka galaana guddaa Tarseesii ceeyaniin Etsiyoon-Gaabiritti hojjachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hoboloota gugurdoo ittiin biyya Tarshiishii daldalatanu hujiisaaf wolii galanee, qachaa Eziyo-Geberii keessatti hoboloota san hujane.