2 Chronicles 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Yuda ch'ufa keesaa biyyiti orite Yerusalemu d'ufte AABBO Waaqa qarqaarsa kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni biyya Yihuuda'aa maruu akka Rabbi isaan gargaaruuf Waaqa kadhachu'uuf dafanii gara Yerusaalemii dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa Mootii Waan Maraa qarqaarsa gaafatiisaaf, qachoota lafa Yihuda'aa mara keessaa wolitti qabamane.