2 Chronicles 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra sunifi ka Yerusalemuleeni naabo Mana Waaqa hareeti keesati wolti bahe. Yehoshefathini d'ufe worra dura eje,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi banii Yihuuda'aatii fi banii Yerusaalemii jidduu mana Rabbii keessa hulee itti gad bayan haarawa irra dhabatee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax wol geyii kolbaa Yihuda'aa keessaa namoota Yerusaalemii odduu Galma Mootii Waan Maraa keessa badhinna dalleya keessaa haareya keessa dhaabbatee,