2 Chronicles 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO, Waaqa ababoota teenna, atini gubbaa lafa ch'ufa imohatu? Atini irreefi jabeenna qabda, eenu dandae si dabsata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yaa Waaqa abboota teennaa! Waandhi samii jiru si'ii mii? mootummaa worra Yihuudota hin taaneellee ka bulchu si'ii mii? Hunnaa fi dandeettiillee hin qabda; ka si mooyachuu danda'u hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa abbootii teennaa, ati Waaqa ol-gubba'aatii motii ree? Ati mootummoota gosa biyya adda addaa mara bulchita. Hunnii fi jabeenni harka keeti keessa jiran. Ka si ifi irraa dhooggatuu dande'u hin jiru.