2 Chronicles 20:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqa keenna, ka gaafa worri kanke ka Israeli lafa tanati qubate, gosa qara lafa tana keesa jirtu gussite lafa tana ilmaani jaala kanke Abrahamuti, haga jiru jireenna kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Waaqa keenna! worra Yihuudota hin taane ka biyya kana keessa jiran banii kee Israa'eliin ariitee ka Abrahaamii jaalalloo keetiif baraa haga bara baraa fiixaa kennite si'ii mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa keenna, ati worra lafa tana keessa le'anu kolbaa teeti Israa'el duraa ariitee baattee, sanyii jaala keeti Abrahaamiitiif haga bara baraa akka keessa le'anuuf hin kenninee ree?