2 Chronicles 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja wonti hamtuni nuti d'uftu — woraana, yokhaani ch'iisa d'ukuba, yokhaani oolafi beela — nu d'ufne, Mana keesati si kad'atani kana, si dura, ejina. Duuba hojja gaargali nuti d'ufe nu d'ufne si kad'annu atini nu baafta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Nu adabu'uuf lola, beela waan akkanaa kanniin yoo nu irra geessite gara mana woyyuu maqaan kee itti waamamuu dhufnee isa afoo dhaabannee akka ati rakkoo kanniin irraa nu hambiftu si kadhanna; atillee kadhaa keenna nuu dhageettee rakkoo keenna irraa nu oolchita› jedhaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Balaan yookiin shallaagaan yookiin muraan yookiin dhukkubi yookiin beelli yoo nutti dhufanu, Galma keeti kana duratti fuula keeti dura dhaabbannee, maqaan keeti Galma kana keessa waan jiruuf, farra teenna iyyinee sitti himanna; atille hi dhageetta; farra san jalalle'ee nu hin baatta› jedhane.