2 Chronicles 21:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathini due jennaani irreesa hayyoota ka dira Daudi keesati awaalani, duuba ilmi isaa Yehoramuni fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi du'ee qachaa Daawitii keessa hulee abboonni isaa itti awwaalamanitti awwaalame; bikka isaa ilma isaa Iyyooraamitu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax du'ee qachaa Daawitii keessatti abbootii ifii ta durii biratti awwaalame; ilmi isaa Yohoraam addee isaatitti mootii te'e.