2 Chronicles 21:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Edomu haga arra finna worra Yuda jala injiru. Baruma suni worri Libnaleeni finna worra Yuda jalaa bahe, wonti akanatiifi Yehoramuni AABBO, Waaqa ababoota isaa, lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyooraam Rabbii Waaqa abboota ufii ka durii waan dhiiseef hennaa san irraa jalqabee Eedoom biyya Yihuuda'aa irraa gara gara baatee mootummaa ufii dhaabattee haga adhaatitti akka diinaatitti wol laalan; hennama san qachaan Libina'aallee biyya Yihuuda'aatitti kaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Edoom haga adhaatitti bulchiinsa Yihuda'aa finqilteerti; Yohoraam Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ta durii waan lakkiseef, Yennuma san Liibnaalle bulchiinsa Yihuda'aa finqilte.