2 Chronicles 21:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Suni malele, inni fulla Waaqa d'ara iti kad'atani ta lafa Yuda gaareeni irati jaare, worra Yudatifi ka Yerusalemu ch'ubbu keesa buuse kara iraa gorse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deebi'ee gaara Yihuuda'aa irratti hulee waandhi tolfamaan itti waaqeffamu hojjate; worra Yerusaalemiin keessa jiran akka achitti sagadan taasisee banii Yihuuda'aallee dogoggorse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni koobota Yihuda'aa irratti addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaa ijaaree, kolbaan Yerusaalemii Mootii Waan Maraatiif akka hin addatanne godhee, worra Yihuda'aa dokonkorse.