2 Chronicles 21:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini faana hayyoota Israeli gula deemte, worra Yudatifi ka Yerusalemu Waaqa iraa gorsite ch'ubbu keesa buufte, akuma duri Ahabufi d'alooti isaa worra Israeli ch'ubbu keesa buuse. Suni malele, atini oboleyaani tante ta sira dadansa hobaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati garuu karaa mootota biyya Israa'eliitiin waan deemteef, akkuma mootiin Aki'aabi godhe worra Yihuuda'aatii fi worra biyya Yerusaalemii keessa jiraatan akka waaqa tolfamaa waaqeffatan taasiftee obboleewwan tee ta sirra woyyaa ta'an waan ajjeefteef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
karaa mootota Israa'elii hordofattee, akkuma maatiin Ahaabii waaqota dharaa waaqonfatte, kolbaan Yihuda'aatii fi kolbaan Yerusaalem keessa leetulle waaqota dharaa akka waaqonfattu goote; obboleeyyan teeti, maatii abbaa keetii, worra si caalanulle ijjeette.