2 Chronicles 21:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Filistitifi ka Arafti afaani baariini, fulla worri Kushi jiru, qubate. AABBO Waaqi worra suni Yehoramuti kaase, worri d'aqe isa had'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Itoophiya'aa ka galaana biratti quphatanii jiraatan bira worri Filisxeemiitii fi worri biyya Arabaa jiraata'aa turan; Rabbi isaan akka mooticha Iyyooraamiin lolan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra Filisxeemotaatii fi worra Arabaa ka biyya Itoophiya'aa bira le'anu Yehoraam irratti kaase.