2 Chronicles 21:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa Yuda seene had'e, mana hayyu saame, nad'eenifi ilmaani hayyu ch'ufa, ilma maand'a ka Ahazia jed'ani male, boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee biyya Yihuuda'aatitti duulanii mana mootumma'aa maraa diiganii saaman; meeshaa mooti'ii ka mana mootumma'aa keessa jiru saamanii mucaa maandha'aa Akaazii ilma Iyyooraamii malee haawwota manaa mooti'iitii fi ijoollee maraa booji'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya Yihuda'aatitti duulanee qabatanee, meya mana mootumma'aa keessa jiru mara, ilmaan isaatii fi niitota isaa mara fudhatanee deemane; ilma isaa maandhicha Ahaaziyaa malee ilmi tokkolle ka isaaf hafe hin jiru.