2 Chronicles 21:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna lama ch'ufa d'ukubi sunini iti hammate fayyu dide, eege marumaani buani due. Jari isaa ibida goole imbooneefi aka duri hayyoota worraati bohani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dhibeen isaa haga wogga lamaa waan itti jabaata'aa deemeef madhumaan isaa keessaa bayee akka malee dhibamee du'e; baniin akka tanaan dura seera abboota ufiitiif godha'aa turan san ulfinna isaatiif ibidda hin bobeessine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohoraam dhukkuba kanaan rakkataa turee, dhuma woggaa lammeesso'ootitti sababa dhukkuba kanaatiin madhumaan isaa gadhaa isaa keessaa gad baatee guddoo farree du'e; kolbaan isaa ulfinna abbootii isaatiif goola ibiddaa akka dhaabanu, ulfinna isaatiif goola ibiddaa dhaabuu hin barbaanne.