2 Chronicles 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoramuni, ilmi Yehoshefathi, ka hayyu Yuda, oboleyaani d'iira jaa qaba: Azaria, Yehieli, Zekaria, Azariahu, Mikaili, Shefatia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyooraam ilmi Iyyoosaafixii mootiin biyya Yihuuda'aa obboleewwan jaha qaba ture; isaanillee Azaariyaas, Yihi'eel, Zakkaariyaas, Azaariyaas, Mikaa'elii fi Safaaxiyaasiin fa'a; kunniin maruu ijoollee Iyyoosaafixii mootii biyya Yihuuda'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan Yohoraamii Azaariyaa, Yehii'el, Zakaariyaas, Azariyaahuu, Mikaa'elii fi Shefaaxiya'a; isaan kun marti ilmaan Yoshaafaaxii mootii Israa'elii ti.