2 Chronicles 21:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoramuni ganna sodomi lamati hayyu tahe ganna saddeeti lafa mohate. Inni due jennaani nami tokoleeni nahe imbooneefi. Isa diruma Daudi keesati awaalani, ammo awaala hayyoota keesati inawaalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyooraam hennaa mootii ta'u nama woggaa soddomii lamaa ture; Yerusaalemiin keessa taa'ee woggaa saddeeti bulche; hennaa inni du'e eennullee hin gaddineef; qachaa Daawitii keessatti isa awwaalan malee awwaala moototaa biratti isa hin awwaalle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohoraam yennaa mootii te'u nama woggaa soddomii lamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa saddeeti bulche; yennaa inni du'e nami tokkolle isaaf hin gaddine; isaan qachaa Daawitii keessatti awwaalane malee, addee awwaala moototaatitti isa hin awwaalle.