2 Chronicles 21:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoramuni hayyu tahe jennaani oboleyaani isaa taani ch'ufafi jaarole Israeli ta garile ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyooraam haga mootummaa ufii jabeeffate obboleewwan ufiitii fi abboota murti'ii ka biyya Israa'eliillee guraade'een fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohoraam mootummaa abbaa ifii qabatee yennaa jabaate, obboleeyyan ifii mara akkasuma qondaaltota Israa'elii keessaa garii shallaaga'aan ijjeese.