2 Chronicles 21:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi Yuda balleesu dide, wonti akanatiifi inni duri hojattu isaa Dauditi kakhate, aka d'alooti isaa haguma jiru jireenna lafa Yuda mohatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu mootummaa Daawitii balleessuu hin barbaanne; wonti kun ta'eef Rabbi waan armaan dura Daawitii waadaa galeef fiixaan Daawitiillee uduu adda hin cinne akka mooyan Rabbi waan abdii isaa kennee tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Mootiin Waan Maraa Daawiti woliin gondooroo gondooratee, isaa fi sanyii isaatiif haga bara baraa ka issu kenniisaaf waadaa waan galeeruuf, Yohoraam balleessuu hin barbaanne.