2 Chronicles 21:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara Yehoramuni lafa fide suni, worri Edomu finna worra Yuda dide hayyu ufi fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Iyyooraam mootii ta'eeru keessa Eedoom biyya Yihuuda'aa diddee fottoxxee mootummaa ufii dhaabatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara mootummaa Yehoraamii Edoom Yihudaa irratti kaatee, mootummaa ifii dhaabatte.