2 Chronicles 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ganna jaa ch'ufa, Mana Waaqa keesati ka Ataliani lafa mohate isa d'ossani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara mootittiin Gotoliyaan bulchite, Iyyoo'aas mana woyyuu keessatti haga woggaa jahaa guutuu dhokatee jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Ataaliyaan lafa bulchite san inni Galma Waaqaa keessa woggaa jaa dhokatee isaan woliin le'e.