2 Chronicles 22:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahaziani ganna diddami lamati hayyu tahe, ganna toko Yerusalemu keesa lafa mohate. Maro haati isaa Ataliani, ta dubra Ahabu, ta akhaakhuni isii Omri, waan hamtu isa barsiifteefi, Ahaziani faana worra Ahabu gula bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaaziyaas hennaa moowu nama woggaa diddamii lamaa ture; Yerusaalemitti woggaa tokko bulche; haati isaa Gotoliyaan mucattii Zambariiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaziyaan yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii lamaa ti; inni Yerusaalem keessa te'ee woggaa tokko bulche; maqaan haadha isaa Ataaliya'a; isiin intala Ahaabii ilma Omirii ti.