2 Chronicles 22:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati isaa waan waan hamaa isa gorsituuf innillee akkuma maatii Aki'aabii hammeenna hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati isaa akka inni waan hantuu huju waan gorsiteef, innille akkuma sanynii Ahaabii waan hantuu huje.