2 Chronicles 22:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, wonti akanatiifi abbaani isaa doonaani, worri Ahabu ka gari mala hama isaa d'ae, isa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga abbaan isaa du'een maayessa hammeennuma maatiin Aki'aabii hojjate san hojjate, worri isa gorsu sunniin haga badanitti isa gorsa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa du'een duuba, sanyiin Ahaabii karaa badi'ii waan isatti gorsaneef, akkuma sanyii Ahaabii innille Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje.