2 Chronicles 22:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni mala worraa gula bahe, Yoramu, ilma Ahabu, ka hayyu Israelitini goli tahe. Duuba d'aqani, Hazaeli hayyu Shamu Ramothi ka Gileaditi had'ani, had'iisa suni keesati Yoramu madeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee gorsa isaanii hordofee Iyyooraamii ilma Aki'aabii mootii Israa'elii woliin mootii biyya Sooriya'aa Azaaheliin Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtu keessatti lolu'uuf dhaqee worri biyya Sooriya'aa isa madeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gorsa isaanii fudhatee, ilma Ahaabii mootii Israa'elii Yehoraam woliin, mootii Sooriya'aa Hazaa'el loliisaaf gara Raamoot-Giili'aadii yennaa dhaqe, innille isa woliin dhaqe. Worri Sooriya'aalle achitti isa madeessane.